Yeroo namni jaalala dhugaa dhabu, jireenyi isaa akka mukaa bishaan malee gogu. Yeroo jaalala dhugaa argatu, jireenyi isaa akkuma baranaa bishaan argatte — ija, baballachi, fi gammachiisa.
"Jaalalli dhugaa akka mallattoo qubaa ti; hundi keenya ni qabna, garuu kan kootii fi kan kee garaa gara."